New


Guyyaa Invastimantii
Komishinii Invastimantii Oromiyaa
Guyyaa Invastimantii Qonnaan / Horsiisaan Bulaa fi IMX Naannoo Oromiyaa
Qonnaan/Horsiisaan Bultootaa fi Waldaalee Intarpiraayizii Ulaagaalee guutuun gara Invastimantiitti Ce’an 400f beekkamtiin kenname.
Qonnaan /Horsiisaan Bultoota fi Waldaalee Intarpiraayizii Kilaastara Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee Ulaagaalee guutuun gara Invastimantiitti ce’an 400’f bakka Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Hooggantoonni Olaanoon argamanitti beekkamtiin kennameef.
Akka Naannoo Oromiyaatti Kilaastara Shanitti Qonnaan/Horsiisaan Bulaa fi Waldaaleen Intarpiraayizii 2,481 oliif beekkamtiin kennameefii gara Invastimantiitti ce’aniiru.
Caamsaa 1, 2012
- Kilaastara GAONF
- Kilaastara G/Shawaa Bahaa
- Kilaastara G/Arsii Lixaa
- Kilaastara G/Wallagga Bahaa
- Kilaastara G/Jimmaaa


1 Comment
Comments are closed.
Appreciation to my father who stated to me regarding this web site, this web site is truly remarkable. Gabrielle Ricard Cupo